US$10

Oromo Youth Leadership Conference

Event Information

Share this event

Date and Time

Location

Location

175 10th St E

175 10th Street East

Saint Paul, MN 55101

View Map

Refund Policy

Refund Policy

No Refunds

Friends Who Are Going
Event description

Description

In history, how much have the youth been a key driver for change? The Oromo youth around the globe are calling for your support, join the movement.

The first Oromo Youth Leadership Conference was organized in 2006. It resulted in the creation of the International Oromo Youth Association (IOYA). Every summer from 2006 to 2013, OYLC has brought together youth across the diaspora to discuss issues pertaining to Oromo communities and build leadership skills.

The Oromo Youth Leadership Conference (OYLC) is an international effort, involving more than 20 countries, to focus on issues pertaining to Oromo youth at large and how the youth can collectively contribute to advocacy on various platforms. Discussions will revolve around brainstorming and finding effective ways to teach and learn Oromo culture, identity improving communication, knowledge and information sharing, mass advocacy and research efforts to bridge the gap between Oromo youth in diaspora and at home in Oromiya. The goal behind OYLC is to form a strong network of youth in the diaspora and back home, enabling the youth to collaborate with other Oromo organizations to combat the issue of the underrepresentation of youth in the plight of the Oromo people.



Seenaa kessatti dargagootni hagam tokko human jijiramaa ta’anniru? Dargagootni Oromo addunyaa irraa deegarsaf waamichaa isiniif gochaa jiru.

Yeroo duraaf Walga’iin Hoggansa Dargagoo Oromo bara 2006tti walitti qabame. Sun ammoo ijaarsa Waldaa Dargagoota Oromo Idil Adunyaa (WDOID) akka ijaaramuuf sababa ta’e. Ganna bara 2006-2013tti walga’iin Hoggansa Dargagoota Oromoo dargagoota heddu waliitti fiduun marii garagaraa dhimmota hawaasaa irratti fi muuxannoo hoggansaa akka isaan wal jijjiran isaan dandessira.

Walga’iin Hoggansa Dargagoota Oromo oromota ardii hunda irra jiran kan haamaachisuufi dargagoota Oromoo biyyoota 20 olii hirmaachisuun dhimoota hawwaasa Oromoo kessatti mul’atanifi dhimoota dargagoota ilaallatan irratti akkamitti darggaoorni ga’ee isaani akka ba’uu danda’an irratti mari’atu. Xiyyefannon marii keenyaa gama adaan Oromoo fi enyumman Oromoo itti dagaagu barbaadu, dandeetti dargagoota giiddu jiruu waalif dabarsu, walitti dhufeenya oromoota giddu jiru guddisuu, odeefannoo fi muuxanno waliif dabarsuu akkasumas walitti dhufeenya dargagoota biyya alaa jiranii fi biyya Oromiyaa jiran gidduu jiru jabessu. Kaayyoon walga’ii Hoggansa Dargagoota Oromo inni biraa hariiroo dargagoota biyya jiran waliin cimsuun dargagoota Oromo dhimoota hawaassummaa, akkasumas dhaaboolee Oromoo garaagaraa kessatti hirmaanna gadi-anaa isaan qaban jijiruun gara sadarkaa ol-aanatti tarkanfachisu dha.

Share with friends

Date and Time

Location

175 10th St E

175 10th Street East

Saint Paul, MN 55101

View Map

Refund Policy

No Refunds

Save This Event

Event Saved