US$20

Oromo Youth Leadership Conference

Event Information

Share this event

Date and Time

Location

Location

Concordia University, St. Paul

1282 Concordia Avenue

Saint Paul, MN 55104

View Map

Refund Policy

Refund Policy

No Refunds

Friends Who Are Going
Event description

Description

The Oromo Youth Leadership Conference (OYLC) is an international effort, involving more than 20 countries, to focus on issues pertaining to Oromo youth at large and how the youth can collectively contribute to advocacy on various platforms. Discussions will revolve around brainstorming and finding effective ways to teach and learn Oromo culture, identity improving communication, knowledge and information sharing, mass advocacy and research efforts to bridge the gap between Oromo youth in diaspora and at home in Oromiya. The goal behind OYLC is to form a strong network of youth in the diaspora and back home, enabling the youth to collaborate with other Oromo organizations to combat the issue of the underrepresentation of youth in the plight of the Oromo people.

Historically, this conference has been a starting points for many of the leaders of our community today. Often times, the youth are overlooked and have been left at a loss in the search for our place in the community. It is imperative that the Oromo youth take their seat at the table and take on an active role in community activities and initiatives, where they have been underrepresented previously. Now is the time to empower the youth and assist in making these dreams a reality. It is important that we remember that the youth are the future of the Oromo and have powerful potential; we just need the courage to support this. The Oromo youth are calling on the entire Oromo community to help revive this historical conference and aid us in the effort to give back and contribute to our communities.




Walga’iin Hoggansa Dargagoota Oromo oromota ardii hunda irra jiran kan haamaachisuufi dargagoota Oromoo biyyoota 20 olii hirmaachisuun dhimoota hawwaasa Oromoo kessatti mul’atanifi dhimoota dargagoota ilaallatan irratti akkamitti darggaoorni ga’ee isaani akka ba’uu danda’an irratti mari’atu. Xiyyefannon marii keenyaa gama adaan Oromoo fi enyumman Oromoo itti dagaagu barbaadu, dandeetti dargagoota giiddu jiruu waalif dabarsu, walitti dhufeenya oromoota giddu jiru guddisuu, odeefannoo fi muuxanno waliif dabarsuu akkasumas walitti dhufeenya dargagoota biyya alaa jiranii fi biyya Oromiyaa jiran gidduu jiru jabessu. Kaayyoon walga’ii Hoggansa Dargagoota Oromo inni biraa hariiroo dargagoota biyya jiran waliin cimsuun dargagoota Oromo dhimoota hawaassummaa, akkasumas dhaaboolee Oromoo garaagaraa kessatti hirmaanna gadi-anaa isaan qaban jijiruun gara sadarkaa ol-aanatti tarkanfachisu dha.

Seenaa yoo ilaalle walga’iin dargagoota kun dargagoota heddu amma hawaasa keenya kessatti hojii gaarii hojjechun beekaman hedduu horachuu danda’era. Yeroo heddu dargagootni haawasa keenya kessatti bakki laatamuuf gadi bu’aa dha. Dargaagootni bakka argatnii haawasa kessatti hojechuun bayye barbaachisa ta’uu ille haga amma haala mijaa’aa miti. Amma yeroon itti dargagoota jajabessanii bakka ba’umsa dargaggoota dhugoomsani. Abdiin ummata Oromo dargagoota Oromoo ammaa ta’uu yeroo mara yaadatti qabachuu fi dandetti isaanii guddaa ta’uun beekun gargaarsa gochuufin barbaachisaa dha. Dargagootni Oromo hawaasa Oromoo hundaa deggarsa akka nuuf gootaniif akkasumas walitti qabama seena qabbessa kana akka deebisnee ijjarru akka nu gargaartaniif waamicha isiniif goona.

Share with friends

Date and Time

Location

Concordia University, St. Paul

1282 Concordia Avenue

Saint Paul, MN 55104

View Map

Refund Policy

No Refunds

Save This Event

Event Saved